Akkam ta’a ture Badhaasa Noobeel Bara 1130 (Akka Lakkofsa Aurooppaa (ALA)

Qarroomini Islaamaa Addunyaa irratti waggoota 800 oli (630- 1430) turee jira. Hawaasni Islaamaa Addunyaa Afaan Arabaa fayyadamuun beekamus beekumsaa fi qaroominaan addunyaa hundumaa dursaa ture. Yeroo `baroota calaqqiinsa Islaamaa guddaa` jedhamuun beekamu sanatti beekumsi sadarkaa guddaa irra gayee ture. Gama fayyaa, Astroomoomii, Herrega, Ingiinarii tiin Muslimoonni baay’een addunyaa dursaa turan. Barattoonni hedduunis kallattii addunyaa irraa barumsaaf achi deemu turan. Kitaabbonni fi qorannoon isaaniis Yuunivarsitii dhan addunyaa adda addaatti baratamaa turan. Kitaabonni Ibnu Siinaa fi Al-kawarizmii akkasumas kan hayyoota muslimaa biroo hanga dhiyoo jaarraa digdamaffaa kanaa Yuunivarsitii Sarboon umurii dheera qabu kan Faransaa keesatii baratamaa turan.

Register or Login with your Social Account

Register or Login by Email for free download
Please, log in
Description

Double sided A4 color copy paper.

Paper Size: 80-100g

Reviews (0)

Reviews

There are no reviews yet.

Be the first to review “Akkam ta’a ture Badhaasa Noobeel Bara 1130 (Akka Lakkofsa Aurooppaa (ALA)”

Your email address will not be published. Required fields are marked *

About Islamic civilization

Parturient ut id tellus vulputatre ac ultrlices a part ouriesnt sapien dignissim partu rient a a inter drum vehicula. Ornare metus laoreet tincidunt eros rolem tristique pretium malada.

Cras rhoncus vivamus luctus platea arcu laoreet selm. Curae est condenectus sed hac a parturient vestibulum.

technical description

OUR ADDRESS

New York

56 E. Fieldstone Street
Summerville, SC 29483

Email:  [email protected]
Phone:  +18 (0) 545 77 32

Paris

28 Boulevard des
Capucines, 75009

Email:  [email protected]
Phone:  +18 (0) 545 77 32

CONTACT US

Whether you’re looking for answers, would like to solve a problem, or just want to let us know how we did, you’ll find.

Register

Your personal data will be used to support your experience throughout this website, to manage access to your account, and for other purposes described in our privacy policy.