Masjida Nabiyyii Rabbii

Masjidoota addunyaa gurguddoota keessaa isa tokko. Islaamummaa keessattis irra qulqulllu lafa Addunyaa keessaa isa tokko. Kan ijaare, Nabiyyii Muhammad yoo ta`an Madiinaa Munawwaraa keessati argama. Ergamaan Rabbii Muhammad Makkaa irra gara Madiinaa yeroo baqatan bara 622 cinaa mana isaaniitti Masjida kana ijaaran. Eddoon isaas lafa mukni Tamiraa itti baay`atu kan ture yoo ta`u ijoollee lama abbaa hin qabne (Yatiima) irraa bitan. Masjidichas baala muka tamiraatiin kan ijaaran yoo ta`u dheerini meetira 50 yoo ta’u al`ini isaas hanga dheerinaaitti dhiyaata. Gara boodaa (seensaa) tiin eddoo keessummaa fi namoonni harka qalleeyyiin itti quphatan qaba ture.

Register or Login with your Social Account

Register or Login by Email for free download
Please, log in
Description

A0 size paper plate printed on glossy paper.

Reviews (0)

Reviews

There are no reviews yet.

Be the first to review “Masjida Nabiyyii Rabbii”

Your email address will not be published. Required fields are marked *

technical description

OUR ADDRESS

New York

56 E. Fieldstone Street
Summerville, SC 29483

Email:  [email protected]
Phone:  +18 (0) 545 77 32

Paris

28 Boulevard des
Capucines, 75009

Email:  [email protected]
Phone:  +18 (0) 545 77 32

CONTACT US

Whether you’re looking for answers, would like to solve a problem, or just want to let us know how we did, you’ll find.

Register

Your personal data will be used to support your experience throughout this website, to manage access to your account, and for other purposes described in our privacy policy.