Qur’aanni waa’ee nabiyyoota digdamiifi shanii (25) haasa’ee jira
Qur’aanni Haasaa nabiyyoota digdamiifi shanii (25) Rabbiin dhalanamaatin qajeelchuuf erge dubbatee jira. Waan isaan kaayyoo isaan argamaniif kan ibaadaa rabbii qofa ta’e sanas isaan yaadachiisuudha. Ummanni kamiyyuu kan akeekkachiisaafi ergamaan itti dhufee karaa Rabbii hordofuufi hawaasa isaanii akka tolchan itti himu, ammas kan gidduu isaaniitti wal-qixxummaa (Adaalaa) dhaabuuf itti hin ergamin akka hin jirres (Qur’aanni)
Himeera.
Ergamoonni hunduu warra Rabbiin isaan filate; Muslimni kamiyyuu iimaana qabaachuu hin danda’u hanga hunda isaanii dhugoomee, Rabbiin biraa ergamuuufi irra guutuu uumama isaa kanneen hin sobne ta’uus mirkaneessutti; Qur’aanni kan nutti himee garii isaaniiti malee hundaa miti; akkuma ittiin gorfamnuufi xiinllaa goonu qofaafi; kan isaan hunda booda dhufe Ergamaa Rabbii Muhammadi (Sallallaahu Aleyhi wasallam); kan asitti dubbatamus kutaa xinnoo seenaa nabiyyoota (25) digdamiifi shananiiti.
Register or Login with your Social Account
Register or Login by Email for free download
OUR ADDRESS
New York
Summerville, SC 29483
Email: [email protected]
Phone: +18 (0) 545 77 32
Paris
Capucines, 75009
Email: [email protected]
Phone: +18 (0) 545 77 32
CONTACT US
Whether you’re looking for answers, would like to solve a problem, or just want to let us know how we did, you’ll find.
SEND US A MESSAGE
CONTACT INFORMATION
50 East 52nd Street
Brooklyn, NY 10022
United States
+1322224332
+4643758533
Do you have questions about how we can help your company? Send us an email and we’ll get in touch shortly.
Reviews
There are no reviews yet.